Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannichaa Yaa’ii Idilee 6ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasa raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017 irratti ni mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.