Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Haqaa fi Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siiviilii Adaamaatti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Hoggansii fi hojjettoonni Ministeera Haqaa fi Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Siivilii magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabaniiru.

Qaamoleen kunneen Mana Barumsaa Gooroo Kusaayeetti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.

Akkasumas sheediiwwan kilaastara inisheetivootaaf ijaaraman daawwataniiru.

Ministira Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos dabalatee hoggantoonni dhaabbilee kanneenii fi bulchiinsa magaalaa Adaamaa sagantaa kanarratti hirmaachuu ragaan Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.