Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni olaanoon magaalichaa Siingaapooritti daawwannaa hojii taasisaa jiru

Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Magaalaa Finfinnee Siingaapooritti daawwannaa hojii taasiisaa jiru jedhame.

Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee Obbo Magos Baalchaa fi Kaantibaa Itti Aanaa Magaalichaa Obbo Zyaanxiraar Abbayiin durfamu kun hojiilee misooma magariisummaa magaalaa, diriirsa bu’uuraalee misoomaa, ce’umsa Teeknooloojii fi dameewwan biroo Siingaapoor daawwachaa jiraachuu ragaan waajjira Kaantibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.