Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 milkiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 milkiin xumuramuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaatilee beeksise.

Tajaajilichi, qormaanni kun milkiin akka xumuramu qaamolee qooda isaanii bahan hunda galateeffateera.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa naannoo Tigraayitti kennamaa jiru ammoo boru waaree dura kan xumuramu ta’uu eerera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.