Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa gara biyyaa dhufan simachuun eegalame

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan gara biyyaa dhufan simachuun eegalamuun ibsame.

Itiyoophiyaanonni marsaa 3ffaan gara biyya dhufaan mata duree “Leave your Legacy; savor your holiday” jedhuun gara biyyaa dhufuun tajaajilaa tola ooltummaan ashaaraa isaanii akka kaa’an eegama.

Marsaan kun hanga Fulbaana walakkaatti kan turu ta’uu ragaan Ministeera Tuuriizimiirraa argame ni mul’isa.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyyoota garaagaraa jiraatan biyya isaanii dhufuun akka daawwatan waamicha dhiyeessaniin marsaa 2’n darban Itiyoophiyaanonni hedduun gara biyyaa dhufuu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.