Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Taabor Foom jedhamu Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifameera.

Warshicha kan eebbisiisaan Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon mootummaan naannichaa damee maanufaakcheriingiif xiyyeeffannoo kennee hojjetaa jiraachuu ibsameera.

Warshaan kun galii naannichaa dabaluu keessatti qooda olaanaa qabaachuu dubbachuu isaanii ragaan Waajjira Pireezidaantii naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.