Fana: At a Speed of Life!

Jilli Garee Kubbaa Miilaa Kiitaaraa Finfinnee gale

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Kilaba Kiitaaraa Finfinnee galeera.

Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Walitti qabaa Boordii Kilaba Machaal Dooktar Saayifa Geetahuun, Daayrektara Teeknikaa kilabichaa Inistiraakter Abrahaam Maabraatuu fi qondaaltonni Kilaba Ispoortii Machaal simannaa taasiisaniifiru.

Garichi guyyaa hundeeffama Machaal waggaa 80ffaa sababeeffachuun Machaal waliin tapha michoomaa taasiisuuf gara Itiyoophiyaa dhufuu eerameera.

Haaluma kanaan kilaboonni lamaan Adooleesa 7, 2016 tapha michoomaa kan taaasiisan ta’uu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.