Fana: At a Speed of Life!

Shaashamanneetti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banaman

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti Pirojektoonni garaagaraa 65 Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banamaniiru.

Bulchiinsa magaalichaatti bara kana pirojektoonni misoomaa 70 eegalaman keessaa 65 xumuramuun tajaajilaa hawaasaaf banamaniru.

Sirna eebbicharratti Itti Gaafatamaan Waajira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Abdulaaziiz Daawud fi qondaaltoonni magaalicha biroon argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa
bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.