Fana: At a Speed of Life!

Gurgurtaa qinxaaboo boba’arratti sirreeffamni taasifame

Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Ministeerichi ibsaa FBC’f ergeen Adoolessa 3, 2016 sa’aatii 1:00 irraa eegalee Beenzilli liitiriitti Birrii 82.60, Keeroosiiniin liitiriitti Birrii 83.74, Naaftaa Adiin liitiriitti Birrii 83.74, Naaftaa Gurraachi Salphaan liitiriitti Birrii 65.48, Naaftaa Gurraachi Cimaan liitiriitti Birrii 64.22’n akka gurguramu sirreeffamni taasifamuu beeksiseera.

Boba’aan Xiyyaaraa ammoo liitiriitti Birrii 70.83’n akka gurguramu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.