Fana: At a Speed of Life!

Ispeen tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte

Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa xumuraa halkan kana taphatameen Ispeen, Faransaay injifachuun tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte.

Ispeen galchii 2 fi 1n Faransaay injifachuun tapha waancaaf geesserti.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.