Fana: At a Speed of Life!

Dirree Dhawaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ifatti eegale

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaatti Sagantaan Ashaaraa magariisaa ifatti eegale

Saganticha Kantiibaan magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadir Juhaari fi miseensonni kaabinee magaalichaa biroon eegalchiisaniiru.

Bulchiinsa Magaalichatti bara kanaa Biqiltuuwwaan gosa garaagaraa miiliyoonni 3 qophaa’uu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.