Fana: At a Speed of Life!

Nageenya keenya waloon waaressuu Itti fufna – Aadde Adaanech Abeebee

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Fiigichi daandirraa mata duree, Nageenyi Hundaaf, Hunduu nageenyaaf’ jedhu magaalaa Finfinneetti gaggeffameera.

Fiigicha kanarratti Ministiroonni, Ambaasaaddaroonni, bakka buutoonni dhaabbilee idil addunyaa Finfinneetti argamanii fi kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaataniiru.

Fiigicha kanarratti kan argaman Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Nageenya keenya waloon waaressuu Itti fufna jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.