Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiisan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa eegalchiisaniiru.

Aadde Adaanech kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa eegalchiisaniiru.

Waggoottan sadan itti aanaan uwwisa Bosonaa magaalichaa % 30tti ol guddisuuf kan hojjetamu ta’uu eeraniiru.

Bara kana biqiltuuwwan gosa garaagaraa miiliyoona 20 kan dhaabatu ta’uu Aadde Adaanech himaniiru.

Maraa’ool Kadirtu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.