Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ministira Muummee Ingiliziif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Fdri Dooktar Abiy Ministira Muummee Ingilizii haaraa filaman Kiir Istaamariif ergaa baga gammaddanii dabarsan.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawasummaa isaaniin ergaa hawwii gaarii dabarsaniin, Ministirri Muummee Kiir Istaamar barri aangoo isaanii milkaa’aa akka ta’u hawwii gaarii qabaniif ibsaniiru.

Itiyoophiyaa fi Ingiliz hariiroo isaanii guddisuuf waltaa’iinsaan akka hojjetan himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.