Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun badhaafame

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waltajjii ‘Iskaayi tiraaksi’ jedhamuun yeroo 7ffaaf daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa jedhamuun badhaafameera.

Daandiin qilleensichaa badhaasaa kutaa Biizinasii cimaa Afrikaa yeroo 6ffaaf,akkasumas kutaa Diinagdee filatamaa Afrikaa jedhamuun yeroo 6ffaaf badhaafameera.

Daandii Qilleensaa tajaajila kenniinsa kutaa nyaataa jedhamuunis badhaafameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.