Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoome

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoomeera.

Haaluma kanaan bara Faranjootaa Hagayya 16, 2024 Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam waliin tapha baniinsaa kan taphatu ta’uu eerameera.

Taphni Cheelsiin Maanchiisteer Siitii waliin Hagayyaa 18 taphatu tapha cimaa torbee jalqabaa jedhameera.

Arsenaal Woolviis, Liivarpuul Ipswich, Eevartan Biraayitan, Niwuukaastil Saawuuz Hampiton waliin Hagayyaa 17 tapha torbee jalqabaa ni taphatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.