Fana: At a Speed of Life!

Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni Baankii Daldalaa fi Bahirdaar gidduutti taphatame qixaan xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Bahirdaar gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.

Tapha har’a Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa galchii 2 fi 0n durfamaa turus daqiiqaa dhumaarratti galchiiwwan lama lakkoofsiisuun qabxii qoodateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.