Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40’ffaan Waxabajjii 30 gaggeeffama

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40ffaan Waxabajjii 16, 2016 gaggeeffamuuf ture Waxabajjii 30, 2016 akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Haaluma walfakkaatuun Waxabajjii 11-15, 2016 gaggeeffamuuf kan ture Shaampiyoonaan atileetiksii Umrii 20 gadii Waxabajjii 25-29, 2016 akka gaggeeffamu eerameera.

Dorgommichis Magaalaa Hawaasaatti akka gaggeeffamu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.