Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa boru eegala

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa magaalaa boru kennamuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota magaalichaa beeksiseera.
Qormaatichi Waxabajjii 04-05, 2016’tti wiirtuulee qormaataa 182tti kan kennamuu ta’uun ibsameera.
Barattoonni kumni 86 fi 672 qormaaticha kan fudhatan ta’uu ragaan Biiroo Barnootaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.
Akkasumas qormaatni kutaa 6ffaa Waxabajjii 12-14, 2016 kan kennamuu ta’uu ibseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.