Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Singaappooritti sirna moggaasa biqiloota aadaarratti hirmaatan

Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti duree Zinnaash Taayyaachoon Singaappooritti Giddugala Biqiloota Biyyaalessaatti sirna moggaasa biqilootaa aadaarratti hirmaataniiru.

Sirnicharratti Itiyoophiyaa fi Gingaappoor gidduu michummaa jiru fi miira waloo akeekuuf, Abaaboo “Orkiidii” maqaa “Arandaa Abiy Ahimad Zinnaash Taayyaachoo” jedhuun moggaafameeraafi.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.