Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitaa Daandiwwan Ityoophiyaa waliigaltee ijaarsa daandiwwan 7 baasii Birrii biiliyoona 11.6 mallatteesse

Finfinnee, Eebila 20,2012(FBC)- Abbaan Taayitichaa guyyaa har’aa daandiwwaan waliigaltee mallatteesse kan ijaaramu sadarkaa aspaaltiin yoo ta’u, waliigalaan kiiloo meetra 509.11 dheerata.

Maallaqni ijaarsichaaf barbaachisu guutumaatti mootummaa Ityoophiyaan kan uwwifamu ta’uu ibsameera.

Daandiiwwan waliigalteen mallattaa’e;

1.Dabra Birhaan – Dannabaa – Lammii – Juhuur- Dannabaa

2.Fiiq-Sagaag-Garboo Danaan

3.Humboo-xabalaa-Abbayaa

4.Daayee-Girjaa-Kibra Mangist-mallayaa – Mojoo

5.Jigjigaa-Galaalash-Dagaamboo-Fagag

6.Hawalaatuulaa-Wataraaraasaa-yaayyuu-Wuraachee

7.Zalambassaa-Aliiteenaa-marwaa-Idaagaahamuur fa’i.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.