Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew giiftii Duree Siingaapoor waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew Giiftii Duree Siingaapoor Loot Looy waliin mari’ataniiru.

Giiftii duree Zinnaash Taayyaachew daawwannaa hojii Siingaapooritti taasisaa kan jiran yoo ta’u, giiftii duree Loot Looyin simatamaniiru.

Giiftii dureewwan lamaan hojiilee hojjetanirratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.

Hojiilee misoomarratti tumsa uumuuf mari’achuu giiftii duree Zinnaash Taayyaachew fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.