Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwal Aarbaan Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaan

Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naanoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan sagantaa Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaaniiru.

Magaalaa Loogiyaatti manneen harka qaleeyyii haaromsuu eegalchiisaniiru.

Sagantichi mata duree ‘gaarummaa olka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhamuun magaaloota naannichaa hunda keessatti hojiirra kan oolu ta’uu eerameera.

Pireezidaanti Awwal Aarbaa dabalatee hoggantonni mootummaa naannichaa biroon saganticharratti argamuu TV Afaar gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.