Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti Giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, teeknooloojji ammayyaa fayyadamuun giddugalicha keessaatti leenjii barattoota qaroo dhabeeyyiif kennamu daawwachuu Giiftii Duree Zinnaash Toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Leenjiiwwan kanneen Itiyoophiyaatti hojiiraa oolchuu akkaataa dandeessisurratti hoggaantoota dhaabbatichaa waliin mari’ataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.