Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaatti argamu daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaatti argamu daawwataniiru.

Waayita magaalaa Chuunchiiyoon gahan simannaa hoo’aan kan taasiifameef yoo ta’uu, giddu gala Yaadannoo duultoota Itiyoophiyaatti abaaboo kaa’aniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.