Fana: At a Speed of Life!

Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi’uu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa Bitootessa 7, 2016 rakkoo siistamaa mudate hordofee seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi’uu baankichi ibseera.

Birrii miiliyoona 801.4 seeran ala bahe keessaa hanga caamsaa 23, 2016tti Birriin miiliyoonni 792.71 deebi’uu ibseera.

Maallaqa hafe guutummaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.