Fana: At a Speed of Life!

Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame

Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Sulultaatti konkolaachiftoota labsii hataattamaa darban 160 irratti tarkaanfin fudhatame.
 
Qajeelchi Pooliisii fi Abbaa Taayitaa Geejibaa magaalichaa labsicha raawwachiisuuf qindoominaan hojjechaa jiru.
 
Konkolaachiftoota labsii hataattamaa darbuudhan 50% ol namoota fe’anii fi hojii seeraan alaa hojechaa turan 160 irratti addabiin fudhatameera jedhan ajajduun Qajeelcha Poolisii magaalicha Koomaandar Shittoo Likkisaan.
 
Akka Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii magaalichaatti addabii fudhatameenis Birriin 280,000 mootummaaf galii ta’eera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.