Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni Dooktar Abiy ‘Fulbaanaa hanga Fulbaanaa’ jedhu har’a ifooma

Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Kitaabni haasawaa fi ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fulbaana 24, 2015 hanga Fulbaana 24, 2016tti taasiisan qabate mata duree ‘Fulbanaa hanga Fulbaanaa’ jedhuun barreeffame har’a kan ifoomu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.