Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Fooramii Barnoota Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Fooraamii Barnoota Idil Addunyaa Ingiiliz qopheessiterrati hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Fooramicharratti jilli Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu hirmaachaa jiraachuu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa.
Pirofeesar Birhaanuu fi jilli isaaniin durfamu turtii isaaniin, Hoggantoota dhaabbiilee tumsitoota barnootaa garaagaraa fi dhimmoota riifoormii Barnoota Itiyoophiyaa deeggaruu danda’an waliin marii gamlamee ni taasisun kan eegamuu ta’uun ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.