Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti ijaarame eebbisisan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Warshaa qaamolee konkolaataa walitti hidhu magaalaa Jigjigaatti Birrii miiliyoona 250’n ijaarame eebbisisuun hojii eegalchisaniiru.
Warshichi Baasii Birrii miiliyoona 250’n kan ijaarame yoo ta’u ,guyyaatti hanga konkolattoota 10 walitti hidhuu danda’a jedhame.
Warshichi yeroo amma namoota 100 ‘f caarraa hojii kan uumee ta’uu ragaan Miidiyaa naannichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.