Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman

Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman.

Paampiiwwan jallisii 2,160 kanneen bakka preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan argamanitti laatameera.

Paampiiwwan misooma jallisii kanneen har’a mooraa Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaf dabarfamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.