Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa Birrii miiliyoona 21 ijaarsise eebbisiiseera.
Giddugalichi maanguddoota 104 kunuunsuu danda’a jedhame.
Ijaarsi isaas maallaqa Diyaaspoorawwan, Dhaabbilee ijaarsaa fi hawaasa Yuunivarsiitii Boongarraa argameen raawwatame jedhame.
Wandimmuu Addunyaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.