Fana: At a Speed of Life!

Gatiin Bilbiloota Iyifoonii hir’isuu ibsame

Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Oomisha Dhaabbata Appilii kan ta’e gatiin Bilbiloota Iyifoonii Awurooppaan ala biyyoota addunyaa hundatti hir’isuu ibsameera.

Barri Faranjootaa 2024 erga seenee booda baatiwwan jalqabaa sadan keessa gatiin isaa % 10 hir’isuu dhaabbatichi beeksiseera.

Kana hordofee galiin Dhaabbata Appilii % 4 hir’isuun gara Doolaara biiliyoona 90.8 gadi bu’uu eereera.

Oomishaalee fi Invastimanii Intalejensii Artifishaaleerratti yeroo dhiyoo ifooman hordofee baatiwwan itti aanaan gurgurtaan isaa dabaluu akka danda’u dhaabbatichi Abdii qabaachuu BBCn gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.