Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga soomana Ramadaanaa geessan jedhan

Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga soomana Ramadaanaa geessan jedhan.

Ergaa baga geessanii isaanitiin, soomanni Ramadaanaa ebbifamaa akka ta’u hawwaniiru.

Kadhannaa Waaqatiin isin faana jirraanis dhaamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.