Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar Kaabaa fi Shawaa Kaabaatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar Kaabaa fi Shawaa Kaabaatti gaggeeffameera.

Walloo Kibbaa Aanaa Qaalluu, Harbuu, Warra Baabboo, Goondar Kaabaa Magaalaa Dabaarq, Shawaa Kabaa aanaalee Manzi Qayyaa Gabre’eel, Asaagirtii, Walloo Kaabaa Magaalaa Haraatti hiriirri jijjiirama waggoottaan jahan darban deeggaru gaggeeffameera.

Hiriira deeggarsaa kun bulchiinsa Saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummuugaa, Arxummaa Fuursii fi Aanaa Dawwee Harawaattis gaggeeffameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.