Fana: At a Speed of Life!

Addeessi yoo mul’atte Ayyaanni Iid Alfaxiir Kibxata kabajama-MMWDhII

Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir baranaa, yoo Addeessi Wiixata galgala mul’atte Kibxata Ebla 1, 2016, yoo hinmul’anne Roobii Ebla 2, 2016 akka kabajamee oolu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa beeksise.

Manni Marichaa Ayyaana Iid Alfaxiir bara Hijraa 1445ffaa sababeeffachuun ibsa kenneera.

Ibsichaan hawaasni musliimaa Ayyaanicha wayita kabaju akkumaa wayita soomaa raawwachaa ture wal deeggaruun, kanneen hinqabneef qooduun ta’uu akka qabu hubachiiseera.

Beeteliheem Makuwaaniintitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.