Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Fiichee Cambalalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan

Aadde Adaanech ergaa isaaniin, ayyaanichi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf waloon dhaabbachuun fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf irraa deebiin kan waadaa itti seennu akka ta’uu hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Ayyaanichis kan nagaa fi gammachuu akka ta’uu hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.