Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamu Biraazilitti daawwanna hojii taasiisaa jira

Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonna Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Biraazilitti daawwanna hojii taasisaa jiraachuun ibsameera.
Itiyoophiyaa fi Biraazil hariiroo seenaa qabeessa waggoottaan dheeraa kan qaban ta’uun eeraamera.
Jillichi dawwanna isaan damee Qonnaan Hojilee Biraazilitti hojjetamanirraa Muxannoo fudhachuuf ta’uu ibsameera.
Biyyoonni lameen jiruuf jireenyi ummataa isaanii Qonnarratti kan xiyyeeffatee ta’uu isaan, rakkoolee oomishaafi Omishtummaarrrati mudatan haalota ittiin furanii fi teeknooloojjiwwan garaaagaraa fayyadamuun adeemsaa oomishaa ittiin guddisanii fi bu’aa galmeessaan daawwachuu ragaan Ministeera Qonnaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.