Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.

Kaayyoon keenya jalqabaa hojiilee waggoottan darban raawwatamanirratti yaadaa fi qeeqa walitti qabuudha jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Kan biroo ammoo Imaammata sirreessuuf galtee barbaachisoo ta’an adda baasuu ta’uu eeraniiru.

Akkasumas fuulduratti itti fufuuf akaakuu tumsa barbaachisanirratti mari’achuudha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.