Kutaaleen hawaasaa Naannoo Tigraay Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Kutaaleen hawaasaa Naannoo Tigraay irraa baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Seenaa waloo injifannoo Adwaa dhalootaa dhufu barsiisuu fi seenicha haala gituun Yaadannoon Injifannoo Adwaa ijaaramuutti gammachuu isaanii ibsuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.