Manni marichaa boru Walga’ii Idilee 17ffaa ni gaggeessa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) -Manni maree Bakka Bu’oota Ummataa boru Walga’ii Idilee 17ffaa kan gaggeessu ta’uu ibsame.
Manni marichaa Walga’ii Idilee 17ffaan boru gaggeessuun mirga himatamuu dhabuu miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa tokkoo ni kaasaan eegama.
Dabalataan wixinee labsiiwwan 9 kan raggaasisuu fi wixinee labsii 2 ammoo qorachuun koree dhaabbii dhimmi ilaallatuuf ni qajeelchaan kan eegamu ta’uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.