Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Ayyaana Fannoo kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan kabajamaa jira.
 
Guyyaan har’aa guyyaa Iyyesuus Kiristoos Addabaabaayii Qaraaniyootti fannifameedha.
 
Ayyaanichi hordoftoota amantaa Ortoodoksii, Kaatoolikii fi amantoota wangeelaa maraan bifa hoo’ina qabuun kabajamaa jira.
 
Hordoftoonni amantichaa guyyaa har’aa sagadaa fi sirnoota garaagaraan kabajuurratti argamu.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.