Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojjetame daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojii Diijitaalaayizeeshinii fi Riifoormii bulchiinsa lafaa ammayyeessuu fi Haqa qabeessa taasiisuuf hojjetame daawwataniiru.

Dhamaatii fi hojmaata badaa naannoo bulchiinsa lafaatti mul’atu hambisuun tajaajila si’ataa fi haqa qabeessa taasiisuuf sirni Diijitaalaa tajaajilaaf qophii ta’uu eeraniiru.

Diijitaalaayizeeshiniin kun qabeenya lafaa sadarkaa giddu galeessaa hanga kutaalee magaalaa jiru giddu galeessa tokkoorraa hogganuuf kan dandeessisu ta’uu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.