Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech ijaarsa manneen jireenyaa kuma 5 eegalachiisan

Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech manneen jireenyaa kuma shan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojjettoota isaaf ijaarsisu eegalchiisaniiru.

Kana malees manneen jireenyaa kuma shan Dhaabbataa Ijaarsa San Shaayiniin ijaarame eebbisiisaniiru.

Rakkoolee ummataa ijoo kan ta’e hanqina manneen jireenyaa hambisuuf misoomsitootaa dhuunfaa jajjabeessuu fi tumsaan hojjechuun filmaataa tokko ta’uu kaasaniiru.

Rakkoolee manneen jireenyaa waarinaan furuufis filmaatawwan hundaan hojjechaa jiraachuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.