Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti duulli qulqullinaa gaggeeffame

Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundatti duulli qulqullinaa gaggeeffameera.

Duullichi mata duree”Magaalaa kiyyaa nan qulqullessa; gahee hoggaantummaa naan bahadha” jedhuun gaggeeffamuun ibsmaeera.

Duullicharratti hooggansi sadarkaa hundaa jiraatoota waliin kan hirmaatan ta’uu ragaan Biiroo Koominikeshinii Magaalichaarara argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.