Guyyaan dubartootaa 48ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa akka Itiyoophiyaa yeroo 48ffaa fi akka Addunyaatti yeroo 113ffaaf Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee, Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen argamanitti mata duree ‘Dubartoota ga’oomsuun Nageenyaa fi Misooma waaraa haa mirkaneessinu’ jedhuun kabajamaa jira.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.