Fana: At a Speed of Life!

Fedhii fi gaaffilee ummataa dhaggeeffachuun hojii keenya duraati – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Ummataa Naannoo Kibbaa, Kibba Lixa Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Giddugaleessa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.

Marichaan dhimmoota misoomaa ilaalchisee bakka bu’oonni kunneen yaadaa fi gaaffii dhiyeessaniiru.

Galma waloorra ga’uuf tumsaa fi gamtaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad eeraniiru.

Dooktar Abiy Ahimad, akka mootummaatti fedhii fi gaaffilee ummataa naannawaa hundaa dhaggeeffachuun hojii keenya duraati jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.