Fana: At a Speed of Life!

Maanchister Sitiin Manchester Yunaayitidiin injifate

Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)-Darbii Maanchisteriin, Maanchister Sitiin Maanchister Yunaayitidiin 3 fi 1’n injifateera.

Kilaboonni masaanuu lameen yeroo 192ffaaf walitti dhufuun Siitiin Yunaayitidiin injifachuu danda’eera.

Foden galchii 2 fi Haalaandi galchi 1 Siitiif lakkoofsisaniiru.

Markes Raashfordi ammoo galchii 1 Yunaayitidiif lakkoofsiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.