Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Finfinneetti kabajamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa bakka Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee, gootoonnii duraanii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamanitti kabajamaa jira.

Hoggantoonni mootummaa olaanoon sagantaa kanarratti argaman bakka Siidaa Yaadannoo Minilik 2ffaatti Abaaboo kaa’aniiru.

Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar,Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa fi Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Zalaalem Mangistee fi Pireezidaantiin Waldaa Gootoota Duree Lij Yaareed Jooteen diraa Abaaboo kana ka’aaniiru.

Ashannaafii Shibbiruutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.