Fana: At a Speed of Life!

Asallaatti Mana Barumsaa Bultii Adda Birrii miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame

Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Bana Barumsaa Bultii Addaa miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame.

Sirnicharratti Ministirri Ministeera Barnoota Pirofeesar Birhaanuu Naggaa, Hoggannaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo, dabalatee qondaaltonni godinichaa biroo argamaniiru.

Manni Barumsaa kun Abbaa Qabeenyaa Warshaa Kompileeksii Nyaataa Cilaaloo Obbo Tadilaa Habtegiyoorgis Gadaan kan ijaaramu ta’uun ibsameera.

Hirphoo Shibootu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.